PireezidaantI Saahilawarq Zawdee Ambaasaaddaroota dhiyeena muudaniif xaalayaa muudamaa kennaniiru.
Akkaatuma kanaan Ambaasaaddara guutuu 14fi Ambaasaaddara 7 muudaniif xaalayaa muudamaa kenaniiru.
Pireezidaant Saahilawarqi,biyya Alaatti Ityoophiyaa tajaajiluun carraa guddaa ta’uu ibsuun, muudamtoonni hojii amantaa fi hojjetanii amansiisurratti hundaa’een hojjechuu akka qaban ergaa dabarsuu ETV'n gabaaseera.
Sirnicharratti Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoonni mootummaa kanneen biroon akka argaman beekameera.
Ambaasaaddaroonni xalayaan muudamaa kennameef kan maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffamedha.
Ambaasaaddaroota taayitaa guutuu
1.Ob.Umar Huseen Oobbaa
2.Ob.Tafarii Fiqree Buusaa
3.Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa Saaboo
4.Ambaasaaddar Mahileet Hayiluu Guwaaddee
5.Ambaasaaddar Sayid Mahaammad Jibriil
6.Ambaasaaddar Firtuunaa Dibaakoo Chizaaree
7.Ambaasaaddar Cheem Ugaalaa Uriyaat
8.Ambaasaaddar Awwal Wagriis Mahaammad
9.Ob.Dammaqa Axinaafuu Ambulloo
10.Ob.Ayyala Liiree Jijaamoo
11.Ob.Masfin G/maariyaam Shaawoo
12.Ob.Muktaar Mahaammad Waarii
13.Ob.Tasfaayee Yittaayih Anatanah
14.Adde Itsagannat Bazzaabbih Yimanuu
Ambaasaaddarummaan kan muudaman ammoo
1.Ob.Tamasgan Umar Furqaamoo
2.Shamarree Yaaneet Abarraa T/maariyaam
3.Ob.Shifarraaw Gannatii Jaanaa
4.Adde Roozaa Yaruuqnah Alamuu
5.Ob.Mollaallih Asfaaw Ayyaanaa
6.Ob.Daliil Kadir Bushuraa
7.Ob.Saamu'eel Iissaa Caalaa xalayaa muudamaa fudhataniiru.
0 Comments