Raajii Guddataa
(YMN,Finfinnee
Hagayya 16,2018) Haalli nagaa aanaalee wallagga bahaa Giddaa Ayyaanaafi
Naannawasaa rakkoo keessa kan ture ta’uu dhageenye.Dhimmicha irratti karaa
mootummaa Naannoo Oromiyaatiinis ta’e miidiyaawwan idileetiin hanga yoon…
(YMN, Hagayya 15, 2018) Itiyoophiyaafi Ameerikaan damee loltummaafi nageenyaatiin tumsa tarsiimawaa taasisuuf akka waliigalan ifoomsaniiru.Kun biyyaaf oduu aagaati jedhamee kan fudhatamuu danda’udha.Keessumattuu haala waqtaawaa akka biyyaatti keessa…
Continue Reading(YMN, Hagayya 13, 2018) Yaadawwan biyya ceesisu jedhamaniifi hirmaattoonni yaa’ii marii biyyaalessaa turtii baatii tokkoo booda qindeessan Roobii har’aa ragga’u jedhamee eegamaa jira.Ajandaawwan saddeettan komishiiniin marii biyyaalessaa qopheesse …
Continue Reading(YMN,Hagayya 11,2018) Waltajjiin kun seenaa-qabeessadha kan jedhamaa jiru sababa malee miti.Akkana jechuuf sababa quubsaa hedduutu jira.Sababiin duraa mariin kun yeroo jalqabaatiif Itiyoophiyaa keessatti kan adeemsifamaa jiru ta’uusaati.Kanaan dura …
Continue Reading
FOLLOW US ON