Gareen ABUT akkaataa waliigaltee Nagaa dhiyeenya mallatteeffameen meeshaalee waraanaa gurguddoo dabarsuun kenneera.Meshaaleen waraanaa gurguddoon garee ABUT irraa kan fudhataman iddoo taajjabdoonni argamanitti akka ta'e beekameera.Meeshaaleen waraanaa gurguddoon mootummaa Itiyoophiyaatti kan kennaman iddoo kaampii Agulaa jedhamuun beekamutti akka ta'e beekameera.
Egaa waanuma qabnu qabatanii roorrisaa turan amma harkaa baate.Gobamnaan akka kennan hundatu hubata.Carraan ergamtoota isaaniis kanuma ta'a.Ol'aantummaan seeraa kabajamuu qaba.Itiyoophiyaan Nagaan ooltee haabultu.Lammiin ishee nagaan ba'ee nagaan haagalu.Saawwi haadhaltu,Jabbileenn haamar'attu.Itiyoophiyaa keenyaaf Nagaatu mala.Nagaan bu'uura waan hundaati!
0 Comments