Walgayiin koree hojii raawwachiisaa paartii Badhaadhinaa jalbameera

 



Finfinnee #Ethiopia Bitootessa 07,2015(YMN) Koreen hojii raawwachiisaan paartii Badhaadhinaa walgayiisaa idilee har'a gaggeessuu jalqabeera.

Dhimma walgayii koree hojii raawwachiiftuu paartichaa ilaalchisuudhaan waajjira paartii Badhaadhinaa jiddu galeessaa irraa odeeffannoon kenname jiraachuu baatus odeeffannwwan weeb saayitiiwwan hawaasummaa gara garaa irratti tamsa'aa jiran walgayiin koree hojii raawwachiiftuu paartii badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti adeemsifamaa jira.Kana dura walgayichi Finfinneetti waajjira muummicha ministiratti gaggeeffamaa jira jedhamee himamaa ture.

Koreen hojii raawwachiisaan paartichaa walgayiisaa kanaan dhimmoota biyyaa gara garaa,dhimma paartichaafi naannawaa irratti mari'achuudhaan murteewwan dabarsa jedhamee eegama.

Post a Comment

0 Comments