Finfinnee #Ethiopia Eebila 15,2015(YMN) Doofaawwan waa'ee Itiyoophiyaa quba hinqabne Itiyoophiyaan Yuugoozlaaviyaa taati jedhanii abdatu.Abdii duwwaa homaa hinqabne.Dubbii keenya irratti Yuugoozlaaviyaan biyya sababa waldhabdeetiiin kanaan dura bittinnooftedha.
Itiyoophiyaan akka Yuugoozlaaviyaatti bittinnoofti nidiigamti jedhanii yaadu.Kana abdatu.
Humnoonni haala qabatamaa ummattoota Itiyoophiyaa irratti hubannoo gahaa hinqabne ykn.ammoo beekanis Itiyoophiyaan akka bittinnooftuuf barbaadan Itiyoophiyaafi Yugoozlaaviyaa walbira qabuudhaan ilaalu.
Ilaalchi dogongoraa kun waggoota hedduuf kan turedha.Bara EPRDF gara aangootti dhufe sanattis kanatu odeeffamaa ture.Humnoonni adda addaa ammas Itiyoophiyaan akka diigmtu barbaadan akkuma kaleessaa Itiyoophiyaafi Yuugoozlaaviyaa walbiraqabuudhaan ilaalu.
Kun hinta'u dhiisaa badii kutadhaa.
Ummanni Itiyoophiyaa walirraa horeefi quunnamtii jireenyaa cimaa qabu haalli gargar ittiin ba'u akka hinjirre hubachuudhaan adabadhaa taa'a.Barreeffama Afaan Ingliizitiin barreeffameefi oromis haqaafi haala qabatamaa Itiyoophiyaa akka hubachuu danda'utti Miraaf Iyyaasuutiin barreeffame kana dubbisaa.
Barreeffamni kun ambaasaaddara Ameerikaa kanaan duraa Tiiboor Naazyi waa'ee Itiyoophiyaa irratti hubannoo gahaa qaban wabeeffachuun waan isaan himan kan qabatedha.dubbisaa https://abren.org/dictum-dapibus-nam-massa-veni-tempus/
0 Comments