Muummichi ministiraa Abiy Ahmad Daayirektara Ol'aanaa duraanii galateeffatan


Finfinnee #Ethiopia Bitootessa 27, 2015(YMN) Muummeen Ministiraa Dr. Abiy Ahmad Ityoophiyaatti Daayirektara Ol'aanaa duraanii Dhaabbata Nyaataa Addunyaa Deevid Beeslii galateeffataniiru.
Dr. Abiy Ahmad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, gahee daayirektarichi yeroo itti gaafatamummaa isaaniitti bahataniif galateeffachuu ibsaniiru.
Boqonnaa jireenya isaanii hafettis hawwii gaarii qaban ibsaniifiiru.





Post a Comment

0 Comments