Finfinnee, Caamsaa 3/2015 (YMN) Akaakuuwwan oomishaalee nyaataa 91 hawaasni akka hinfayyadamne ifoomuu Abbaan Taayitaa Qorichaalee fi Nyaataa Ityoophiyaa beeksise.
Abbaan taayitichaa, to’annoo gabaarratti taasiseen sadarkaalee dirqamsiisoo Ityoophiyaa fi ulaagaalee barreeffamaa saaxilamummaa utuu hinguutiin oomishaaleen hawaasaaf dhiyaachaa jiran hawasni akka hinfayyadamne hubachiiseera.
Omishaalee kunneen yeroon itti fayyadama isaanii, maqaan dhabbata omishee, mallattoo sadarkaa dirqamsiisaa, lakkoofsa addaas ta’e teessoon isaanii omishaalee kanneenirratti kan hinibsame ta’uun eerameera.
Oomishalee kanneetti albuudaaleen dabalaman addatti wanti beekaman waan hinjirre ta’uutti dabalataan qaamaa to’ataa fayyaa dhimmichi ilaallaturraa eeyyama kan hinqabne waan ta’eef hawaasni akka itti hinfayyadamne abbaan taayitichaa hubachiiseera.
Of eeggannoof akaakuuwwan oomishaalee fi hanqinaalee qaban waan ifoomaniif hawaasnii xiyyeeffannaan hubachuun eeggannoo akka taasisu gaafateera.
Oomishaaleen dhorkamanii fi mallattoon ittii beekamanis:
1. Saabaa Gabataa Cawu (Saba IODIZED Salt)
2. Nigaat Gabataa Cawu (Nigat IODIZED SALT)
3. Addis Birhaan Gabataa Cawu
4. Munaa Gabataa Cawu(MUNA TABLE SALT)
5. beez Gabataa Cawu(BASE IODIZED SALT
6. Gustoo Gabataa Cawu /GUSTO IODIZED SALT
7. Maak Gabataa Cawu /MAK IODIZED SALT
8. Abbaay Gabataa Cawu /ABAY TABLE SALT
9. Mastuuraa Ashaboo daakuu Abbaa ayoodinii / MESTURA REFINED & IODIZED SALT
10. Maanes Gabataa Cawu /MENES IODIZED SALT
11. Muluu Gabataa Cawu /Mulu Table Salt
12. Arkii Gabataa Cawu /ERKO IODIZED SALT
13. Ardii Gabataa Cawu/ARDI IODIZED SALT
14. Zaman Gabataa Cawu /ZEMEN IODIZED SALT
15. caaraqaa Gabataa Cawu /IODIZED SALT
16. Faanaa Gabataa Cawu /Fana Table Salt
17. Daanaat Gabataa Cawu
18. Soom Gabataa Cawu /som iodized salt
19. Gugsaa Gabataa Cawu /GUGSA Iodised Salt
20. Shaggaa Gabataa Cawu /SHEGA Iodized SALT
21. Fadak Gabataa Cawu /FDAK IODIZED SALT
22. Umii Gabataa Cawu /UMI IODIZED SALT
23. Gizee Gabataa Cawu /GIZE IODIZED SALT
24. Baamaak Gabataa Cawu /bamak Iodized Salt
25. Maazii Gabataa Cawu /MAZI IODIZED SALT
26. Addis Gabataa Cawu /ADDIS Iodized Salt
27. Gabataa Cawu /Iodized salt
28. Xaanaa Gabataa Cawu /TANA TABLE SALT
29. Maa’idaa Gabataa Cawu /MAEEDA IODIZED SALT
30. Amiin Gabataa Cawu /Amin iodized salt
31. Hoom Gabataa Cawu /HOME IODIZED SALT
32. GM Gabataa Cawu /GM IODIZED SALT
33. Gadaa Gabataa Cawu / GEDA IODIZED SALT
34. Zaamaa Gabataa Cawu /ZAMA SALT
35. Soosii Gabataa Cawu /Sosi Iodized Salt
36. Biquu Gabataa Cawu /Biku iodized salt
37. H.T.F Gabataa Cawu /H.T.F TABLE SALT
38. AFRAN Gabataa Cawu /AFRAN Iodized Salt
39. Emereet Gabataa Cawu /Emirate IODIZED SALT
40. Ispeeshaal Gabataa Cawu /Special Iodized Salt
43. Liyaa Gabataa Cawu / LIYA IODIZED SALT
44. Afii Gabataa Cawu /AFI IODIZED SALT
45. Yusraa Gabataa Cawu / YUSERA SALT
46. Buzee Gabataa Cawu /BUZE IODIZED SALT
Zayiita Nyaataa
1. Najaa / NEJA Pure Edible Oil
2. Rinaa / Rina Edible Pure Food Oil
3. Yenyaa /Yegna Pure Edible Oil
4. Nuuraa /Nura Pure Edible oil
5. Hiiywoot /HIWOT Edible Cooking Oil
6. Miid /MID Pure Edible Oil
7. Gunaa /GUNA Pure Niger Edible Oil
8. Addis Zaayita Nyaataa
9. Nuur /Nur Pure Edible Oil
10. Nuuraa/NuraPure Edible Oil
11. Soofii/Sofi Pure Edible Oil
12. Daseet/Deset Pure Food Oil
13. HADI COOKING OIL
14. Arif cooking oil
15. Sana’aa /Senea pure food oil
16. Qaal/Kale Pure Food Oil
17. Naadii/ Nadi pure food oil
18. Salaam/Selam pure food oil
19. Nuunnuu /Nunu pure food oil
20. MIFTAH pure food oil
21. Beellaa /BELLA Pure Niger Oil
22. Xaazmaa
23. Miinaa
24. Bileen/Blen Pure Edible Oil
25. Dastaa
26. Haadii
0 Comments