Ambaasaaddar Misgaanuun Maayik Hamar wajjin mari'aan

 




Finfinnee #Ethiopia Caamsaa 29/2015(YMN) Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa Gaanfa Afrikaatti ergamaa Addaa Ambaasaaddar Ameerikaa Maayik Hamar waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaatti hojii raawwachiiftuun Embaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii Aan Jaakoobsanis maricharratti argamaniiru.
Marii bu’aa qabeessa hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsu taasiisuu isaanii ibsameera.

Post a Comment

0 Comments