Qaamaanis namummaa keessaa ba'uu namtittii

 


 

Finfinnee #Ethiopia Onko.27/2016(YMN) Namtittiin namummaa keessaa baatee kunoo akkana taate.Deeggartoonni namtittii kanaa qabsoof jedhee akkana ta’e jechuun of jajjabeessuun isaanii waan hin oolle akka ta’e beekamaadha.Dhumni ergamaa kamiiyyuu kanuma.

Biyya keenya guddoo Itiyoophiyaan miidha jechuun yeroo kaatu kan miidhamu suma malee Itiyoophiyaan yoomillee hinmiidhamtu.Dhugaan kun ammoo kanneen biroo kan akka Sibhaat Naggaafa’i irrattis qabatamaan mul’atee kanaan dura agarree jirra.

Diinni Itiyoophiyaa kamiyyuu Itiyoophiyaa moo’achuu akka hindandeenye dhalootatu ragaa qabatamaadha.

Namtittiin kun bataskaanota gara garaa keessa dhokattee jiraachaa amma ummataafin qabsaa'aa jira jettee dubbattiim.Kan nama ajaa'ibu kan deeggartootashiiti.Baaldaraas jettee Finfinnee unkuruuf sochootus akka milkaa’uufii hindandeenye hubannaan bosona Naannoo Amaaraatti galuudhaan akka hintaane taate.Inni ‘kan fuuldura jiru hoomecha-Arafaadha'jedhe sun 'Tilliquu' jedhee waamaan,Yohaannis Buuwaayaaloon.hundumaafi akkanatti hinmilkooftan adabadhaa jennee dursuudhaan itti himne garuu tuffii abbootiisaaniirraa dhaalaniin nutuffatanii amma kunoo akkana ta'an.



Post a Comment

0 Comments