Hojjettoonni waajjirichaa haala yeroo irratti mari'atan

 


Finfinnee #Ethiopia Guraandhala 02,2015(YMN) Hojjettoonni waajjira muummicha ministiraa haala yeroo irratti mari'ataniiru.

Odeeffannoon waajjira muummicha ministiraa irraa argame akka mul'isetti hojjettoonni waajjira muummicha ministiraa walga'uudhaan haala yeroo biyyaa irratti mari'ataniiru.

Guyyaa kaleessaa haala walfakkaatuun muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad qondaaltoota mootummaa ol'aanaa wajjin haala yeroo irratti akka mari'atan gabaafamuun ni yaadatama.

Humni waloo Nagaa biyyaalessaa ammoo kaleessa galgala haala yeroo qorachuudhaan ibsa akeekkachiisa qabu akka baase ni beekama.Ibsa humna waloo dubbisaa: https://yaadimedianetwork.blogspot.com/2023/02/qaamoleen-hokkoraa-fi-jeequmsa-uumuuf.html

Post a Comment

0 Comments