Kibbatti Naannoo haarawaa hundeessuuf sagaleen kennamaa jira

 



Finfinnee #Ethiopia Amajjii 29,2015(YMN) Kibbatti Naannoo haarawaa hundeeffachuuf har'a Amajjii 29 bara 2015 barraaqa irraa eegalee sagaleen ummataa kennamaa jira

Jiraattoonni Naannoo Kibbaa naannoo Haaraa hundeessuuf har'a sagalee kennuu jalqabaniiru

Godinaaleen jahaa fi aanaaleen addaa 5 naannoo haarawa hundeessuuf har'a barii sa'aatii 12:00 irraa eegaluun sagaleen kennamaa jira.

Sirna sagalee kennuu kanarratti taajjabdoonni biyya keessaa fi alaa kumni 5 fi 274  argamuun taajjabaa akka jiran beekameera 

Namoonni miliyoonni 3 fi kumni 28 fi 770 sagalee ni kennu jedhameera.

Maddi Suuraa:OBN

Post a Comment

0 Comments