Lammiitu Lammiif birmata!Booranaaf haabirmannu!





Finfinnee #Ethiopia Guraandhala 21,2015(YMN) Birmannaan ummata Booranaaf taasifamu karaa seera qabeessa kan hordofe ta'uu qaba.Humnoota haala jirutti fayyadamuuf socho'an dura dhaabbachuun barbaachisaadha.Galiin walitti qabamu lakk.herrega baankii buusaa gonnofaan ifoomseen galuu qaba!kan kanaan achii hintaatu!

Deeggarsa maallaqaan ala taasifamuufis haala mijeessuun barbaachisaadha.Fakkeenyaaf Marga,Bishaan,meeshaafi nyaata gara garaa dhiyeessuun deeggaruu kan barbaaduuf haala mijeessuun dirqama qaama dhimmi ilaallatuuti.
Biyya keessaayis ta'e biyya alaa irraa kan Booranaaf birmatu lakkoofsa herrega baankii Buusaa Gonnofaan Oromiyaa ifoomse kana qofatti yaafayyadamu
1.Baankii Siinqee 1029565101201
2.Baankii Daldala Itiyoophiyaa 1000007343756
Lammiitu Lammiif birmata!



Post a Comment

0 Comments