Finfinnee #Ethiopia Bitootessa 08,2015(YMN) Qoqqobbiin geejiba Baajaajii
irratti taasifame boru irraa eegalee akka ka’u biiroon geejibaa Finfinnee
beeksiseera.
Biiroon geejibaa Finfinnee ibsa har’a waaree booda kenneen
qoqqobbiin murteeffamee ture sanbata boruu irraa eegalee akka ka’u beeksiseera.
Tajaajilli geejiba Baajaajii fageenya kamiiniyyuu birrii 5
caalaa kaffalchiisuu akka hindandeenye biirichi hubachiiseera.
Akka ibsa biirichaa irratti eerametti qajeelfamni tajaajilli
geejiba Baajaajii ittiin hoogganamu qophaa’eera.
0 Comments