Finfinnee #Ethiopia Onkololeessa 07/2016(YMN) Nuti duursinee Hinjenneeree?Dhugaa
jiru beeknee waan ta’uuf jiru duursinee himnee bar!Guddinaafi Badhaadhina
Itiyoophiyaa dura humni dhaabbachuu danda’u akka hinjirre dursee himee kan
mirkaneesse hooggansa jijjiiramaati.Amma Chaayinaatti waan ta’aa jiruun dhugaa
kana mirkaneeffattaniiree?
Muummichi
ministiraaDr Abiy Ahmad Pirezidaantii Baankii ‘New Development’ biyyoota
miseensota BRICS Diilmaa Ruuseef waliin mari’ataniiru.Sadakaa kana irra ga’uun
kan danda’ame Itiyoophiyaan miseensa dhaabbata kana ta’uu danda’uushiiti.
Muummichi ministiraa Abiy Ahmad pirezidaantii baankichaa waliin kan mari’atan Fooramii 3ffaa “Belt And Road” Chaayinaatti gaggeeffamaa jiruun cinaatti akka ta’e ta’e beekameera.
Faranjoota
nutuffatan duratti waltajjii idil addunyaa irratti onnachuudhaan ga’uumsaan
haasawwa dhageessisuun waan akkanumaan bilaachatti dhufe miti.Muummichi
ministiraa sirna baniinsa Foromii “Belt and Road” 3ffaa irratti dhageessisaniin
Ardii Afrikaatti walta’iinsa cimaa raawwiin bu’uuraalee misoomaa inisheetiivii
“Belt and Road” kaa’e himaniiru
Dandeettiin
dhiibbaa uumtummaa ardii Afrikaa dabalaa akka jiru kan yaadachiisan muummichi
ministiraa Itiyoophiyaa Dr.Abiy Ahmad hirmaachisummaa waltajjiiwwan dameewwan
hedduu mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu hubachiisaniiru
Read & visit more
Blog: https://yaadimedianetwork.blogspot.com/
Facebook page: https://www.facebook.com/Yaadimedianetwork
Facebook page: https://www.facebook.com/Itiyoophiyaakoo
Twitter: https://twitter.com/Qaroomina
Telegram: https://t.me/yaadimedianetwork
Instagram: https://www.instagram.com/yaadimedianetwork/
Linkdein: https://www.linkedin.com/in/yaadimedia/
Pinterest: https://www.pinterest.com/Yaadimedia/
Youtube: https://www.youtube.com/channel/UCFslwPKDM0QxVrt75_p_kuw
Tik Tok: https://www.tiktok.com/@yaadimedia1/
0 Comments