(YMN Finfinnee Sadaasa 19/2017) Hojiirra oolmaan sagantaa wabii nyaataa kan marsaa 5ffaa qoratameera.Sagantaan kun waan hojiirra ooleef Magaalaafi Baadiyaatti lammiiwwan hedduutu fayyadamaa jira.Sagantichi kan hojiirra oolaa jiru misoomaafi abdii f…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 11/2017) Rakkoo keessatti dhalachuun guddachaa jira.Hunda-galeessadha,hunda hirmaachisuudhaan beekama.Sababa uumuudhaan kan irraa qoollifatu hinjiru.Hojmaataafi seerasaa kabajinaan balballisaa hundumaaf banamaadha.Paartiin Bad…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 08/2017) Burjaaja’anii karaa nagaa irraa maqanis koodeewwan keenyadha.Obboleeyyan keenya sababoota adda addaatiin dogongoran karaa nagaatti hatattamaan akka deebi’aniif ammallee nijajjabeessina.Tibbana Ummanni Oromoo godinaale…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 05/2017) Filannoon pirezidaantummaa Soomaaleelaand kaleessa adeemsifamaa oole kan marsaa afraffaati.Waggoota shan turuudhaan yeroo afur adeemsifameera jechuudha.Filannoon ammaa sababoota adda addaatiin yeroonsaa darbuudhaan wa…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Onkololeessa 23/2017) Yaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha jabaa akka qabu Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo himaniiruYaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha…
Continue ReadingQabballee Duubaa qe'ee horsiisee bulaa barnoonni bira hin geenyee kaatee badhaafamtuu Addunyaa taateen wal baraa.(YMN,Finfinnee Onkololeessa 23/2017) Siistar Qabballee Duubaa Oromoo Keeniyaa jiraatanirraa dhalatte.OBN's garasitti imaluu…
Continue ReadingGiiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaaboleefi meeshaalee Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaachaniiru(YMN,Finfinnee, Onkololeessa 22/2017) Hojiiwwan Tola ooltummaatiin Beekkamtii kan goonfatan Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabolee kuma 2fi me…
Continue Reading(YMN Finfinnee Onkololeessa 22/2017) Warashaan Simintoo Biyyaalessaa Lammii oomisha isaa gabaaf dhiyeessuu akka eegale beeksiseeraWarshaan Simintoo Biyyaalessaa Lmmiii dhiyeenya hojii omisha Simintoo eegale guyyaa kaleessaa irraa eegalee oomisha isa…
Continue Reading(YMN Finfinnee Onk. 22/2017) Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan ergaa toora miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin dabarsaniin fooramii Af-yaa’ota Godinaalee 10, Manneen Maree Aanaalee 25 fi Magaalota 12 akkasumas, Manneen Mare…
Continue ReadingFinfinnee Fulbaana 15/2017(YMN) Jiraattoonni bulchiinsa Magaalaa Finfinnee rakkoo hanqina dhiyeessii bishaan dhugaatiitiif erga saaxilamanii asitti baatiiwwan lakkaa'amaniiru.Sababa hinbeekamneen jiraattoonni Finfinnee bishaan dhugaatii dabaree…
Continue ReadingFinfinnee Qaammee 01/2016(YMN) Ummanni Oromoo qabsoon mirgaafi fayyadamtummaasaa kabajisiisuuf baroota hedduuf taasise hatattamaan utuu hintaane dhawaataan lafa qabachaa har'a irra ga'e.Qabsoon fayyadamtummaa mirkaneessuuf taasifamu daran c…
Continue Reading
FOLLOW US ON