Arrabsoodhaan Bu'aa Siyaasaa Galmeessisuun Hindanda'amu!

(YMN Finfinnee,Muddee 17/2017) Namoonni hayyuu siyaasaati jechuun of moggaasan hooggansa biyyaa arrabasuudhaan bu'aa siyaasaa galmeessisuun nidanda'ama jedhanii yaaduun isaanii waan ajaa'isbsiisaadha.Namoota haala kanaan yaadan keessaa adda durummaan maqaan isaa kan dha'amu Jawaar Siraaj Mahaammd akka ta'e beekamaadha.

Jawaar ergamtuudha,ergamtuu diina Itiyoophiyaa.BBC'nis akkuma Jawaar ergamtuu diinaati.Kanaaf dhiimmoota mootummaa Itiyoophiyaa gufachiisan irratti xiyyeeffachuudhaan hojjetti.

Haala amma Jawaar irratti argamuufi karoora gara fuulduraa irratti BBC'n waan barreessite guutuusaa liinkii kanaan seenuun dubbisaa: Read more https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cy895n896ygo?at_ptr_name=facebook_page&at_medium=social&at_link_type=web_link&at_link_origin=BBC_News_Afaan_Oromoo&at_format=link&at_campaign=Social_Flow&at_bbc_team=editorial&at_campaign_type=owned&at_link_id=45EBBEF0-C392-11EF-BE6A-ADFDE07182A9&fbclid=IwY2xjawHaUqlleHRuA2FlbQIxMQABHS8u75-92WHd17r-Y7Y3p3WlF2aa-_kfUdtPy1lzmC4KM_IFIVQT6Nz1VA_aem_ysEot14-4TSug68wtMivbQ

Post a Comment

0 Comments