Bariin Nagayaa!

 Bariin Nagayaa!

Oolmaan Sanbata duraa dansaa isiniif haata'u!Gufuu Nagaa maqsuun yookan too'annoo seeraa jala oolchuun,ollii buliin hawaasa hundaa tasgabbaa'aa akka ta'uuf ol'aantummaa seeraa kabajisiisuun barbaachisaadha.Dhimma murteessaadha.
Kan adabachuu dides kunoo akka Ameerikaan goote kanatti saaxiluun dirqama ta'a.Ameerikaan maal goote jettanii laata?

Ameerikaan maqaa ajajidoota garee al-Shabaab Soomaaliyaa shanii galmee shoroorkeessitootaa keessatti qabattee jirti.Ajajidoonni garee shororkeessaa al-Shabaa shanan maqaan isaanii galmee shororkeessitootaa idil addunyaa keessatti qabame
1.Mohaammad Sidaaw,
2.Alii Yaaree,
3.Mohaammad Daawud
4.Sulemaan Abdiifi
5.Mohaammad Ummar jedhamu.


Post a Comment

0 Comments