Eebba Hidha Haaromsaa booda muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad Guubaatti hooggantoota wajjin mari’ataniiru.Dhimmi irratti mari’atame himamuu baatus Abbichuun haala kanaan hooggantoota biyyaalee gaanfa Afrikaafi dura taa’aa komishiinii Gamtaa Afrik…
Continue ReadingHidha Abbayyaa!Pirojaktii Misoomaa haala Itiyoophiyaa jijjiire!Itiyoophiyaan teenya biyya guddittii hamma geessuun beekkamtii utuu hinargatin turtedha.Biyya guddoo utuu qabduu dhabduu taatee waggoota hedduu dabarsite. Itiyoophiyaa teenya situ numara…
Continue ReadingHoogganaan Eertiraa kan dhiyeenya kanaatti aanee yeroo lammaffaaf ibsa kenneera.Ibsa amma miidiyaa biyyattiif kenne kanaan dhimma Itiyoophiyaafi idil addunyaa irratti akka xiyyeeffatedha kan himamaa jiru.Namtichi duruu waa’ee biyyasaa,dhimma misooma…
Continue ReadingMootummaanis ta’e Ummanni bal’aan kana barbaada.Hidhattoonni hundumtuu daandii nagaa akka filataniif irra deddeebiidhaan waamchi nagaa dhiyaachaa tureera.Hidhattoonni Naannoo Amaaraa godina shawaa kaabaa aanaa ‘Miiddaa Waramoo’ jedhamu keessa socho’…
Continue ReadingYaa'ii Gadaa Oromoo Sikkoo Mandoo Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii, Dhaddacha Guutaatti gaggeeffame seerota gurguddoo lallabuun goolabameera. Yaa'iin kun bakka ilmaan Oromoo Sikkoo Mandoo qubsuma mararraa argamanitti guyyoota lamaaf …
Continue ReadingErgaa pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa dhimma bulchiinsa gandaa irratti dabarsan dubbisaa:Mootummaa Gandaa: Yaadama Bu’uuraafi Amaloota IbsamaaRakkoolee baroota dheeraaf ummata keenya gidirsaa turan keessaa, sirni bulchii…
Continue ReadingOdeeffannoon pirezidaantiin Paartii Badhaadhinaafi muummichi ministiraa Dr.Abiy Ahmad kennan akka mul’isetti walgayiin idilee koree hojii raawwachiiftuu partichaa kaleessa waaree booda jalqabame.Ajandaawwan mariif dhiyaatan sagaleedhaan raggaasisuud…
Continue ReadingItiyoophiyaafi Ruusiyaatu waliif mallatteesse.Dhmma maaliirratti? jechuun keessan waan hinoolledha.Biyyaaleen lameen dhimma Galaanaa irratti waloon hojjechuuf waliigalan.Humnoonni Galaanaa Itoophiyaafi Ruusiyaa haala damee kana irratti waliin hojjec…
Continue ReadingGaaffii mootummaa ca'uumsaa yeroo adda addaatti gaafachuun aadaa keenya kabajamaadha.Aadaan keenya beekamaafi kabajamaan kun sirrtti dagaaguu akka danda'uuf balbala cufannee mari'achuun barbaachisaadha.Qaamoleen hawaasaa dhimmi isaan ila…
Continue ReadingManni marichaa kibxata dhufu Guraandhala 11 bara 2017'f walgayii ariifachiisaa kan waame gabaasa raawwii hojii komishinii marii biyyaalessaa hanga ammaatti hojjetame dhaggeeffachuun yeroo turtii komishinnichaa dheeressuuf akka ta'e himameera…
Continue ReadingGuraandhala 05/2017 Godina Jimmaa Aanaa Geeraatti gocha gara jabbummaaan guutameen Abbaa Qabeenyaa hojii Inveestimentii irratti Bobba’aanii hojjetan Obbo Zaakir Abbaa Olii irratti ajjeechaan rifaasisaan raawwateera. Uummanni Aanichaas gocha rifaasi…
Continue Reading
FOLLOW US ON