Hoogganaan Eertiraa kan dhiyeenya kanaatti aanee yeroo lammaffaaf ibsa kenneera.Ibsa amma miidiyaa biyyattiif kenne kanaan dhimma Itiyoophiyaafi idil addunyaa irratti akka xiyyeeffatedha kan himamaa jiru.Namtichi duruu waa’ee biyyasaa,dhimma misooma…
Continue ReadingMootummaanis ta’e Ummanni bal’aan kana barbaada.Hidhattoonni hundumtuu daandii nagaa akka filataniif irra deddeebiidhaan waamchi nagaa dhiyaachaa tureera.Hidhattoonni Naannoo Amaaraa godina shawaa kaabaa aanaa ‘Miiddaa Waramoo’ jedhamu keessa socho’…
Continue ReadingYaa'ii Gadaa Oromoo Sikkoo Mandoo Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii, Dhaddacha Guutaatti gaggeeffame seerota gurguddoo lallabuun goolabameera. Yaa'iin kun bakka ilmaan Oromoo Sikkoo Mandoo qubsuma mararraa argamanitti guyyoota lamaaf …
Continue Reading
FOLLOW US ON