Finfinnee Caamsaa 18/2017(YMN) Lammiiwwan Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1fi 183 gara biyyaatti deebi'aniiru. Hanga Caamsaa 17 bara 2016 qofatti lammiiwwan kumni 29 gara biyya isaanii Itiyoophiyaatti akka de…
Continue ReadingFinfinnee Caamsaa 16/2016(YMN) Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo Ameerikaa daawwachaa jiru.Gitisaanii Ameerikaa Joo Baayidan simannaa ho'aa akka taasisaniif beekameera.Pireezidaant Ruuttoon Ameerikaatti daawwannaa guyyoota sadii taasisu …
Continue ReadingFinfinnee Caamsaa 12/2016(YMN) Iraan dhugaa qabdi.Balaa Heeliikooptaraa kaleessa mudateen hooggantoota biyyattii dhabde.Pireizidaantiin biyyattiifi ministirri dhimma alaa balaa kanaan akka du'an mirkanaa'eera.Miidiyaawwan idil addunyaa heddu…
Continue ReadingFinfinnee Ebla 23/2016(YMN) Waayyaanneen waayyuu yaaduu hindandeessu sammuusheetu moore.Kanaaf yaaduu dadhabde.Gara waraana marsaa 4ffaatti didichaa akka jirtu kanneen keessa beekan himaa jiru.Waan ta’u arguuf jirra.Yoo adabachuu didde tun kan xumur…
Continue Reading
FOLLOW US ON