(YMN Finfinnee,Muddee 17/2017) Jawaar Mohaamamd kitaaba biyya Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii keessatti barreesseefi mata dureesaa 'Hingaabbu'jedhee moggaasse biyya Jarmanitti akka eebisiise beekameera.Sirni eebbaa maal akka fakkaatu OMN irrat…
Continue Reading(YMN Finfinnee,Muddee 17/2017) Namoonni hayyuu siyaasaati jechuun of moggaasan hooggansa biyyaa arrabasuudhaan bu'aa siyaasaa galmeessisuun nidanda'ama jedhanii yaaduun isaanii waan ajaa'isbsiisaadha.Namoota haala kanaan yaadan keessaa a…
Continue Reading(YMN Finfinnee Muddee 17/2017) Ministirri Galiiwwanii Ayinaalam Nugusee akka himanitti ji’oota shanan darban keessatti birrii biiliyoona 300fi biliyoona 80 walitti qabuun danda’ameera.Raawwii sassaabbii galii waggoota jijjiiramaa darban keessa ture …
Continue Reading(YMN Finfinnee,Muddee 13/2017) Jawaar Mahaammad akka dhabdummaasaa mul’isaa jira.Tibbana kitaabaa ‘Hingaabbu’jedhu eebbisiisuuf akka jiru erga ifoomsee asitti wanti inni ta’aa jiru taajjabbiidhaaf isa saaxileera.Keessumattuu jechi arrabsoo muummicha…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 22/2017) Oduun Aagaa kun har’a dhaga’ame.Waliigaltee araaraatu mallatteeffame.Sabni kana barbaada.Fedhii Ummataa guutuu keessaa inni kun tarkaanfii jalqabaati.Waliigalteen araaraa har’a Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO zooni J…
Continue Reading(YMN Finfinnee Sadaasa 19/2017) Hojiirra oolmaan sagantaa wabii nyaataa kan marsaa 5ffaa qoratameera.Sagantaan kun waan hojiirra ooleef Magaalaafi Baadiyaatti lammiiwwan hedduutu fayyadamaa jira.Sagantichi kan hojiirra oolaa jiru misoomaafi abdii f…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 11/2017) Rakkoo keessatti dhalachuun guddachaa jira.Hunda-galeessadha,hunda hirmaachisuudhaan beekama.Sababa uumuudhaan kan irraa qoollifatu hinjiru.Hojmaataafi seerasaa kabajinaan balballisaa hundumaaf banamaadha.Paartiin Bad…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 08/2017) Burjaaja’anii karaa nagaa irraa maqanis koodeewwan keenyadha.Obboleeyyan keenya sababoota adda addaatiin dogongoran karaa nagaatti hatattamaan akka deebi’aniif ammallee nijajjabeessina.Tibbana Ummanni Oromoo godinaale…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 05/2017) Filannoon pirezidaantummaa Soomaaleelaand kaleessa adeemsifamaa oole kan marsaa afraffaati.Waggoota shan turuudhaan yeroo afur adeemsifameera jechuudha.Filannoon ammaa sababoota adda addaatiin yeroonsaa darbuudhaan wa…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Onkololeessa 23/2017) Yaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha jabaa akka qabu Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo himaniiruYaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha…
Continue Reading
FOLLOW US ON