(YMN Finfinnee,Muddee 17/2017) Jawaar Mohaamamd kitaaba biyya Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii keessatti barreesseefi mata dureesaa 'Hingaabbu'jedhee moggaasse biyya Jarmanitti akka eebisiise beekameera.Sirni eebbaa maal akka fakkaatu OMN irrat…
Continue Reading(YMN Finfinnee,Muddee 17/2017) Namoonni hayyuu siyaasaati jechuun of moggaasan hooggansa biyyaa arrabasuudhaan bu'aa siyaasaa galmeessisuun nidanda'ama jedhanii yaaduun isaanii waan ajaa'isbsiisaadha.Namoota haala kanaan yaadan keessaa a…
Continue Reading(YMN Finfinnee Muddee 17/2017) Ministirri Galiiwwanii Ayinaalam Nugusee akka himanitti ji’oota shanan darban keessatti birrii biiliyoona 300fi biliyoona 80 walitti qabuun danda’ameera.Raawwii sassaabbii galii waggoota jijjiiramaa darban keessa ture …
Continue Reading(YMN Finfinnee,Muddee 13/2017) Jawaar Mahaammad akka dhabdummaasaa mul’isaa jira.Tibbana kitaabaa ‘Hingaabbu’jedhu eebbisiisuuf akka jiru erga ifoomsee asitti wanti inni ta’aa jiru taajjabbiidhaaf isa saaxileera.Keessumattuu jechi arrabsoo muummicha…
Continue Reading(YMN,Finfinnee Sadaasa 22/2017) Oduun Aagaa kun har’a dhaga’ame.Waliigaltee araaraatu mallatteeffame.Sabni kana barbaada.Fedhii Ummataa guutuu keessaa inni kun tarkaanfii jalqabaati.Waliigalteen araaraa har’a Mootummaa Naannoo Oromiyaafi WBO zooni J…
Continue Reading
FOLLOW US ON