(YMN,Finfinnee Onkololeessa 23/2017) Yaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha jabaa akka qabu Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo himaniiruYaa'iin hoggantoota Gamtaa Afriikaa dippiloomaasii Itiyoophiyaaf gumaacha…
Continue ReadingQabballee Duubaa qe'ee horsiisee bulaa barnoonni bira hin geenyee kaatee badhaafamtuu Addunyaa taateen wal baraa.(YMN,Finfinnee Onkololeessa 23/2017) Siistar Qabballee Duubaa Oromoo Keeniyaa jiraatanirraa dhalatte.OBN's garasitti imaluu…
Continue ReadingGiiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaaboleefi meeshaalee Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaachaniiru(YMN,Finfinnee, Onkololeessa 22/2017) Hojiiwwan Tola ooltummaatiin Beekkamtii kan goonfatan Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabolee kuma 2fi me…
Continue Reading(YMN Finfinnee Onkololeessa 22/2017) Warashaan Simintoo Biyyaalessaa Lammii oomisha isaa gabaaf dhiyeessuu akka eegale beeksiseeraWarshaan Simintoo Biyyaalessaa Lmmiii dhiyeenya hojii omisha Simintoo eegale guyyaa kaleessaa irraa eegalee oomisha isa…
Continue Reading(YMN Finfinnee Onk. 22/2017) Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurrahmaan ergaa toora miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin dabarsaniin fooramii Af-yaa’ota Godinaalee 10, Manneen Maree Aanaalee 25 fi Magaalota 12 akkasumas, Manneen Mare…
Continue Reading
FOLLOW US ON